-
Miseensonni Paarlaamaa mana maree bakka bu’oota uummataa ,mootummaan akkuma lola Tigraay mariin goolabe, kan Oromiyaa keessaas nagaan xumuruuf gara mariitti dhufuu qaba jedhan.
Miseensonni Paarlaamaa mana maree bakka bu’oota uummataa ,mootummaan akkuma lola Tigraay mariin goolabe, kan Oromiyaa keessaas nagaan xumuruuf gara mariitti dhufuu qaba jedhan. Guyyaa kaleessaa manni maree bakka bu’oota uummataa keessummootaafi qaamolee dhimmichi ilaallatu sadarkaa naannoofi federaalaarraa hafeeruun miseensota waliin marii geggeessaa akka oole miseensonni mana maree bakka bu’ootaa miidiyaaleetti himaniiru. Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa […]
-
Dheerachuu Hongeen Hordoftoota Amanta Islaamaan Aanaa Goomolee kadhanaa godhachuun oolle
Dheerachuu Hongeen Hordoftoota Amanta Islaamaan kadhannaan Gaaggeefame Jiru. Godinaa Boorana Aanaa Goomoleetti Hordoftootni Amanta Islaamaan dheerachuu Hongeettin Wal qabatee Guyya Hardha Direetti bahuudhan Salaatul-Istisqa(Rain request prayer)Akka Rabbiin Nuu Araaramee Rooba isaatin Uummata kana dhaqabu kadhannaan Haala hoo’aadhan Jaarsa jaartiin,Guddaa Fi xiqaan ,Dargaggoo Fi dubartootnii osso manatti Hin hafin tokkummaan bahuun Garaa rabbii isaaniti garaa Qulquluun […]
-
Raashiyaan ijoollee Yukireen sababa waraanaan maatii irraa adda bahan fudhattee kan ofii godhachuun mirga daa’immanii cabiste jechuun UN komate.
Raashiyaan ijoollee Yukireen sababa waraanaan maatii irraa adda bahan fudhattee kan ofii godhachuun mirga daa’immanii cabiste jechuun UN komate. Mootummoota Gamtoomanitti Komishiniin Baqattootaa akka jedhetti Raashiyaan ijoollee Yukireenif paaspoortii Raashiyaa kennuun Raashiyaa keessatti namoonni akka ijoollee kanneen guddifatan gochuun mirga ijoollee sarbaa jirti. Komishinara olaanaa UNHCR kan ta’an Filiippoo Giraandii dhaabbanni isaanii ijoollee kana bakka […]
-
Afaa da’imman Muslimaa adeemsa salaataa barsiisuuf kalaqame.
Afaa da’imman Muslimaa adeemsa salaataa barsiisuuf kalaqame Kamaal Alii, magaalaa Niwpoort, Weelsi irraa, ilmi isaa akkaataa itti salaatu baruuf yommuu rakkatu erga argee qalbifatee booda, afata adeemsa salaataa hubachiisu kalaqe. Afati salaataa kun addunyaa keessatti kan jalqabaati jedhameera. Obbo Alii akka jedhutti afati kun biyyootii akka Sa’uudii Arabiyaa fi Kuweet keessatt beekamtii argateera. Afati Obbo […]
-
Marii Pirezidant Isaayaasiifi Ministirri Dhimma Alaa Raashiyaa Laavroov Pirezidantiin Ertiraa Isaayaas Afawarqii fi Ministirri Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov dhimmota walitti dhufeenya biyyota lamaaniifi waraana Yukireen irratti waliin mari’atan.
Marii Pirezidant Isaayaasiifi Ministirri Dhimma Alaa Raashiyaa Laavroov Pirezidantiin Ertiraa Isaayaas Afawarqii fi Ministirri Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov dhimmota walitti dhufeenya biyyota lamaaniifi waraana Yukireen irratti waliin mari’atan. Waraana Raashiyaafi Yukireen gaggeessaa jiran ilaalchisuunis, Pirezidanti Isaayyaas, ‘‘Hawwiin sirna walfakkaataa addunyaa umuuf ture gutummaatti kufeera’’ jedhan. Itti dabaluunis, ‘‘Seenaa olaantummaa siyaasaa fi koloneeffatummaa kan addunyaa […]
-
Officials in eastern and southern Ukraine say a new wave of Russian shelling has killed at least 10 civilians and wounded 20, .
Officials in eastern and southern Ukraine say a new wave of Russian shelling has killed at least 10 civilians and wounded 20, a day after 11 people died in a missile attack on Kyiv. 🟠LIVE coverage: https://aje.io/7k4gvg
-
FULL-TIME | Through to the fifth round! 💪
FULL-TIME | Through to the fifth round! 💪
-
TEAM NEWS… IN ✅🧤 Turner between the sticks💪 Tierney at the back🪄 Trossard in attack✊ Let’s do this – together!
TEAM NEWS… IN ✅ 🧤 Turner between the sticks💪 Tierney at the back🪄 Trossard in attack ✊ Let’s do this – together!
-
Deeggartoonni Arsenaal hidhaa bahan adaraa Landan nu geessaa jedhanii Pirezidantii gaafatan.
Deeggartoonni Arsenaal hidhaa bahan adaraa Landan nu geessaa jedhanii Pirezidantii gaafatan Deeggartoonni Arsenaal hidhaatii bahan Pirezidantiin Ruwaandaa Pool Kaagaamee gara Landan isaan geessanii tapha Arsenaal akka daawwatan akka isaan gargaaran gaafatan. Deeggartoonni kuni gaafa Wiixataa osoo waancaa qabatanii gammachuu ibsaniiti Yugaandaa keessa kan qabaman. Polisiin seera cabsuu isaanii ibse. Paartilee mormituu waliin hidhata qabaatuu isaaniis […]
-
Gaardiyoolaa waliin morkachuun hiriyummaa keenya hin miidhu – Arteettaa.
Gaardiyoolaa waliin morkachuun hiriyummaa keenya hin miidhu – Arteettaa Leenjisaan Kilaba kubbaa miilaa Arsenaal Maayikil Arteettaa dursaan Maanchistar Siitii Peep Gaardiyoolaan oolmaa guddaa akka ooleef dubbate. Tapha dorgommii waancaa FA Jimaata galgala Siitii waliin taphatan ilaalchisuun kan dubbate Arteettaan, ”dorgommiin kun michummaa keenya hin jijjiiru,” jedhe. ”Peep Gaardiyoolaa irratti olaantummaa argadhee tapha Piriimiyer Liigii Ingiliiz […]
-
Walloo madoowwan Hospitaala jira.Dhalattoonni Walloo duula qinda’aa mootummaan naannoo Amaaraa itti baneen miidhamanii Hospitaala Adaamaa qaqqaban birmannaa uummataa gaafatan.
Walloo madoowwan Hospitaala jira.Dhalattoonni Walloo duula qinda’aa mootummaan naannoo Amaaraa itti baneen miidhamanii Hospitaala Adaamaa qaqqaban birmannaa uummataa gaafatan.Madoowwan Walloorraa gara Adaamaa dhufuun Hospitaala Haayilamaaramitti yaala argachaa jiran keessaa namoonni muraasni akka GGNTV -tti himanitti, miidhamtootni hedduun kallattii ittiin dhufan dhabuun lubbuun isaanii darbaa jira.Namoota Hospitaala seenan keessaas gariin lubbuun darbuufi gariin ammoo riiferiin barreeffamuufiis […]
-
Biiron dhimma alaa Jarman daawwannaa Ministirri Dhimma Alaa Raashyaa Sargee Laavrov Afrikaatti taasisu ilaalchisee “qeerransa daawwachuu hin deemne” jechuun ‘imoojii’ qeerransaa fayyadamuun Tiwitara irratti barreessinaan dheekkamsa kaase.
Biiron dhimma alaa Jarman daawwannaa Ministirri Dhimma Alaa Raashyaa Sargee Laavrov Afrikaatti taasisu ilaalchisee “qeerransa daawwachuu hin deemne” jechuun ‘imoojii’ qeerransaa fayyadamuun Tiwitara irratti barreessinaan dheekkamsa kaase. “Ministirri Dhimma Alaa Raashiyaa Laavrov Afrikaa jira, qeerransa [imoojii qeerransaa kaa’un] ilaaluf osoo hin taane dimshaashumaan michoonni Yukireen “waan kan Raashiyaa ta’e hunda balleessuf” jedhee dubbachuuf.” jechuudhan Biiron […]
-
Boeing balaa xiyyaroota lamaa kan Itoophiyaafi Indoneeshiyaan walqabateen mana-murtiitti dhiyaate.
Boeing balaa xiyyaroota lamaa kan Itoophiyaafi Indoneeshiyaan walqabateen mana-murtiitti dhiyaate. Balaa lubbuu namoota 346 galaafateen walqabatee, himata yakka ewaliin dhahuun kan himatame. Balaan lamanuu kan uumaman sababa rakkoo sirna to’annoo xiyyaara 737 Max irra tureenidha.
-
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad biyya olla Itoophiyaa fi daangaarratti waldhabaa turan Sudaan daawwataniiru.
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad biyya olla Itoophiyaa fi daangaarratti waldhabaa turan Sudaan daawwataniiru. Sudaan fi Itoophiyaan biyyoota daangaa dheeraa waliin qooddatan yoo ta’an, walitti dhufeenyi isaaniis kan bara dheeraati. Biyyoonni lameen dhimmoota ittiin walitti hidhaman keessaa tokko dhimma hidha haaromsaati, dhimma kanarratti takka waltumsaa yeroo garii ammo walqoccolaa yoona ga’aniiru. Yeroo dhihoo as ammoo […]
-
Doonaald Tiraamp dhorkaa Meetaan waggaa lamaaf irra kaa’e xumuruun Feesbuukii fi Instaagiraamiitti akka deebi’an eeyyama argachuuf jiru.
Doonaald Tiraamp dhorkaa Meetaan waggaa lamaaf irra kaa’e xumuruun Feesbuukii fi Instaagiraamiitti akka deebi’an eeyyama argachuuf jiru. Dhaabbanni miidiyaa hawaasaa guddichi Meetaan ‘’torbanoota dhufan keessatti,’’ dhorkaan isaanii ni xumuramaa jedheera. Ibsa baheen pireezidantiin haajaa idila-addunyaa Niik Kileeg, uummatni, ‘’waan namoonni siyaasaa isaanii jedhan dhagahuu qabu,’’ jedhan. Pireezidantiin Ameerikaa jeequmsa masaraa mootummaatti, filannno Ameerikaa 2020’n dhalateen […]
-
Ambassador Birtukan Ayano Urges Addis Ababa Residents to help make #AU Summit a Success
🐪GGNTV🐪 English News Ambassador Birtukan Ayano Urges Addis Ababa Residents to help make #AU Summit a Success The 42nd Ordinary Session of the Executive Council and the 36th Ordinary Session of the African Union Assembly will be held in Addis Ababa under the topic “Accelerating AfCFTA Implementation.” Under the Africa Continental Free Trade Area (AfCFTA), […]
-
Itti gaafatamaan Waajjira Komunikeeshinii Aanaa Jillee Dhummugaa obbo Umar Aliwoo Aadam lolli ummata Walloo irratti baname karooraa yeroo dheeraatiin itti yaadamee kan baname ta’uu ibsan.
Itti gaafatamaan Waajjira Komunikeeshinii Aanaa Jillee Dhummugaa obbo Umar Aliwoo Aadam lolli ummata Walloo irratti baname karooraa yeroo dheeraatiin itti yaadamee kan baname ta’uu ibsan. Waraanni kun osoo hin jalqabin dura tuttuqqiin garagaraa humna addaa Amaaraatiin raawwatamaa akka ture obbo Umar OMNtti himani jiru. Waraanni mootummaa naannoo Amaaraatiin ummata Oromoo Walloo irratti baname kun osoo […]
-
Swiidinitti Quraanni gubachuu hordofee miseensummaa NATO’f hin tumsu jedhan Erdohaan
Swiidinitti Quraanni gubachuu hordofee miseensummaa NATO’f hin tumsu jedhan Erdohaan Magaalaa Istookhoolmitti mormiin godhamee, Quraanni gubachuu guyyoota booda pireezidantiin Tarkii Tayiip Erdohaan Swdiin miseensummaa Nato’f tumsa isaanii akka hin arganne himan. Swidiin erga Yukireen Raashiyaan weeraramtee booda miseensa Nato ta’uuf iyyata kan galfatte ta’us, gaaffiin ishee dursitee miseensa kan taate Tarkiirraa hayyama argachuu qabdi.
-
Dura Taa’aan TPLF Dabratsiyoon Gabramikaa’eel (PhD) walgahii mana maree naannichaa gaggeeffamaa jiru irratti caasaa hoggansa naannichaa irratti jijjiramni akka taasifamuuf gaaffii dhiyeessan.
Dura Taa’aan TPLF Dabratsiyoon Gabramikaa’eel (PhD) walgahii mana maree naannichaa gaggeeffamaa jiru irratti caasaa hoggansa naannichaa irratti jijjiramni akka taasifamuuf gaaffii dhiyeessan. Dura taa’aan TPLF Dabratsiyoon Gabramikaa’eel kana kan dubbatan walgahii magaalaa Maqalee eegalerrattidha.
-
Hayyoonni furmaata jajjaboo maddisisuun gahee isaanii akka bahatan Muummeen Ministiraa gaafatan.
Hayyoonni furmaata jajjaboo maddisisuun gahee isaanii akka bahatan Muummeen Ministiraa gaafatan Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (🐪GGNTV🐪- Hayyoonni dhiibbaawwan hawaasummaa fi diinagdee garaagaraa Ityoophiyaa mudataa jiran hubachuun, fedhii isaanii haala qabatamaa waliin walsimsiisuu fi furmaatawwan jajjaboo maddisiisuun gahee caalu akka taphatan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaafatan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad hayyoota yuunivarsitiiwwan biyyattii garaagaraarraa walitti […]
-
Biyya Sweden keessatti Quraanni daandii irratti gubamuu hordofee guyyaa arraa lammiileen Turkey kumaatamaan lakkaawaman, Kutaa adda addaa keessatti hiriira bahuun sagalee isaanii
Oduu!Biyya Sweden keessatti Quraanni daandii irratti gubamuu hordofee guyyaa arraa lammiileen Turkey kumaatamaan lakkaawaman, Kutaa adda addaa keessatti hiriira bahuun sagalee isaanii dhageeysisaa oolan. Quraana jaalachuun akkana. Osoo Quraanni gubamuu callisuun hin taatu! Allaahu Akbar!Allaahu Akbar!Allaahu Akbar!
-
TPLF caasaa hoggansa isaa jijjire oduun jedhu dhara jedhe.
TPLF caasaa hoggansa isaa jijjire oduun jedhu dhara jedhe Oduun waliigaltee nagaa Sadaasa keessa TPLF fi mootummaa Itoophiyaa jidduutti taasifame hordofuun, caasaa anga’oota olaanoo miseensa koree giddugalaa isaa jidduutti jijjiramni taasifame jedhu dhara ta’uu Dubbi Himaan TPLF, Obbo Getaachoo Raddaa beeksisan. Obbo Geetaachoon kana kan jedhan, erga oduun waliigaltee nagaa waraana waggaa alamaaf gaggeeffamee dhuma […]
-
Sinodoosii Haaraa Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Uummattoota biyyattii mara hammate hundeessine jedhan dureewwan amantichaa.
Sinodoosii Haaraa Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Uummattoota biyyattii mara hammate hundeessine jedhan dureewwan amantichaa. Sinoodoosiin Bataskaana Ortodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa duraan ture garee tokkoon kan dhuunfatamee fi hunda hammataa miti jedhaniiru. Hundaa’uu Sinoodosii haaraa kana hordofee Phaaphaasonni 26 muudamaniiru. Phaaphaasonni Haaraa muudaman rakkoo Afaan ofiin Tajaajilamuu sabaaf Sablammoota biyyattii mudataa ture dabalatee, Rakkoolee hoji-maataa baroota dheeraaf […]
-
Booranaatti lammiileen kumni 604 ol deeggarsa namoomaa barbaadu jedhame.
Booranaatti lammiileen kumni 604 ol deeggarsa namoomaa barbaadu jedhame Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (🐪GGNTV🐪) – Godina Booranaatti sababa hongee muudateen lammiileen kumni 604 ol deeggarsa namoomaa kan barbaadaan ta’uu bulchiinsi godinichaa beeksiise. Deeggarsa mootummaan dhiyeessuun dabalataan dhaabbilee fi kutaaleen hawaasaa deeggarsa akka taasiisan waamichi dhiyaateera. Godinichatti sababa hongee muudateen namaa fi beelladarra miidhaa cimaan ga’aa […]
-
Koomishinichi Chaambarii Idil Addunyaa Duubaay waliin invastimantii alaa babal’isuuf waliigale.
Koomishinichi Chaambarii Idil Addunyaa Duubaay waliin invastimantii alaa babal’isuuf waliigale Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (🐪GGNTV🐪)- Koomishiniin Invastimantii Ityoophiyaa Chaambarii Idl Addunyaa Duubaay waliin Invastimantii alaa babal’isuurratti waliin hojjechuuf waliigaleera. Koomishinarri Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee, Chaambarii Idil Addunyaa Duubaayitti Bakka Bu’aa Giddugala Bahaa fi Afrikaa Kaaliid Al Alii waliin mari’ataniiru. Marichaaan michummaa cimaa uumuun filmaataa […]
-
Koomishinichi Chaambarii Idil Addunyaa Duubaay waliin invastimantii alaa babal’isuuf waliigale.
Koomishinichi Chaambarii Idil Addunyaa Duubaay waliin invastimantii alaa babal’isuuf waliigale Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (🐪GGNTV🐪)- Koomishiniin Invastimantii Ityoophiyaa Chaambarii Idl Addunyaa Duubaay waliin Invastimantii alaa babal’isuurratti waliin hojjechuuf waliigaleera. Koomishinarri Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee, Chaambarii Idil Addunyaa Duubaayitti Bakka Bu’aa Giddugala Bahaa fi Afrikaa Kaaliid Al Alii waliin mari’ataniiru. Marichaaan michummaa cimaa uumuun filmaataa […]
-
Arsenal qabxii mi’ooftuu 3 Manchester united irraa fudhatee.
Arsenal qabxii mi’ooftuu 3 Manchester united irraa fudhateeTapha hawwataa fi uggum yaa Arsenal jechisiiseen Arsenal caalmaa taphaa waliin qabxii 3 dirree isaatti HambifateeraEdin Enkeitah Goolii 2 yoo mirmisu Saka ishee hafte galcheera.Arsenal Qabxii 50 walitti qabatee Imala isaa ajaa’ibaa itti fufeera._ Dhuga dubachuf arsenal ardha game ajaa’ibaa garsifte
-
Gynaecologist
What’s your dream job?Gynaecologist doctor
-
UPDATE:Dandi Desta, the immediate former Nyambaria High school captain who hails from troubled Wallega ,Oromia region in Ethiopia scores an A in KCSE 2022.
UPDATE:Dandi Desta, the immediate former Nyambaria High school captain who hails from troubled Wallega ,Oromia region in Ethiopia scores an A in KCSE 2022. with him on the right is Owen Bosire, head of school English department. Courtesy photo
-
Ministirri Dhimma Alaaa US Antoonii J. Bilinkan haala tasgabbii dhabuu naannoo Oromiyaa keessa jirutti xumura gochuun danda’amu irratti Ministira Muummee Abiy Ahmad (PhD) waliin haasa’uu isaanii dubbi himaan waajira haajaa alaa Need Piraayis himan. dubisaa📞
Ministirri Dhimma Alaaa US Antoonii J. Bilinkan haala tasgabbii dhabuu naannoo Oromiyaa keessa jirutti xumura gochuun danda’amu irratti Ministira Muummee Abiy Ahmad (PhD) waliin haasa’uu isaanii dubbi himaan waajira haajaa alaa Need Piraayis himan. Ameerikaafi biyyoonni Lixaa kaan dhimma waraana Kaaba Itoophiyaa ture irratti yeroo gara garaa wayita dhimmanii dubbatanitti rakkoo nageenyaa Oromiyaa keessa jiruuf […]
-
Juventuus qabxiin 15 akka jalaa citu murtaa’e::
Juventuus qabxiin 15 akka jalaa citu murtaa’e Kilabiin Xaaliyaanii Juventuus jijjirraa taphattootaa kana dura taasiseen erga qorannoon irratti adeemsifamaa ture booda qabxii 15 adabamuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa biyyattii beeksise. Sababi ijoo odeeffannoo galiifi baasii dhiheesse sobadha jedhamee himatame. Kilabiin kuni Liigii Xaaliyaaniin yeroo ammaa sadarkaa sadaffaarra jira. Qabxiin 15 yeroo irraa citu sadarkaa 10ffaatti gadi […]
-
UPDATE:2022 KCSE RESULTSMeet Isiolo girls secondary school top student Samira Abdinoor Abdullahi
UPDATE:2022 KCSE RESULTSMeet Isiolo girls secondary school top student Samira Abdinoor Abdullahi who scored a mean grade of B+ in 2022 KCSE examinations. Samira is grand daughter to the late Borana music legend Abdullahi Jirma. Congratulations 🎉
-
News of 🐪GGNTV🐪
🐪GGNTV🐪Oduu oolmaa Addunyaa 🐪GGNTV🐪
-
MM Abiy Maammoo Mihiratuufi Alamuu Simee dabalatee aanga’oota olaanoo muudan.
MM Abiy Maammoo Mihiratuufi Alamuu Simee dabalatee aanga’oota olaanoo muudan Ministirri Muummee Abiy Ahmad (PhD) Obbo Maammoo Mihiratuu bulchaa Baankii Biyyaalessaa gochuun muudan. Obbo Maammoo gorsaa dhimma diinagdee Ministira Muummee Abiy Ahimad ta’uun nama tajaajila ture yeroo ta’u, qaalayinsi jireenyaa diinaagdee biyyattii wayita raasaa jirutti bulchaa duraan obbo Dr Yinnaagar Dassee bakka bu’an.Akka Waajirri Ministira […]
-
Doqna namaa jechuun nama maqaan koo biratti dhahamee salawaata narratti hin buufne dha jedhan ergamaan Rahmataa!Sallallaahu alayhi wasallamSallallaahu alayhi wasallam Sallallaahu alayhi wasallam
Doqna namaa jechuun nama maqaan koo biratti dhahamee salawaata narratti hin buufne dha jedhan ergamaan Rahmataa!
-
Afrikaan Kibbaa ji’a dhufu Raashiyaafi Chaayinaa waliin shaakala waraanaa taasisuuf akka jirtu beeksifte.
Afrikaan Kibbaa ji’a dhufu Raashiyaafi Chaayinaa waliin shaakala waraanaa taasisuuf akka jirtu beeksifte. Shaakalli waraanaa kan taasifamu Guraandhala 17 hanga 27tti kan turu yoo ta’u, galaana qarqara magaala Darbaanitti argamutti guyyoota kudhaniif gaggeeffama jedhame. Kaayyoon shaakala waraanaa waloo kunis ogummaafi beekumsa waraanaa qooddachuu akka ta’e Humni Ittisaa Afrikaa Kibbaa (SANDF) beeksise. Afrikaan Kibbaa biyyoota ardii Afrikaa weerara Raashiyaan Yukireenirratti raawwatte hin mormin hafan keessaa tokkoodha. Gama biraan ammoo biyyattiin gamtaa biyyoota BRICS jedhamaniitti duree taatee tajaajilaa jirti. BRICS gamtaa biyyoonni diinagdeen cimoo ta’an kanneen akka Biraazil, Raashiyaa, Indiyaafi Chaayinaa uummataniidha. Shaakalli waraanaa Afrikaan Kibbaa Raahiyaafi Chaayinaa waliin taasiftu kun kan lammataa yoo ta’u, kanaan dura bara 2019 magaala Keep Taawonitti gaggeeffamee ture. Odeessa kaan dubbisuuf;
-
AL Naasir /Al-Hilaal [Riyadh Allstar XI] 4/5 PSG- Roonaaldoo fi Meesii RiyaadittiRoonaaldoon tapha jalqabaa isaa taasisuun galchii lama lakkoofsise.
AL Naasir /Al-Hilaal [Riyadh Allstar XI] 4/5 PSG- Roonaaldoo fi Meesii Riyaaditti Roonaaldoon tapha jalqabaa isaa taasisuun galchii lama lakkoofsise.Kun tapha michummaa PSG fi taphattoota cicimoo kileboota Al Naasir fi Al-Hilaal walitti bahan gidduutti taasifame yoo tahu, Mesiinis galchii tokko PSG’f lakkoofsisera. Roonaaldoon Riyaaditti tapha jalqabaa isaa yoo taasisu, Mesii waliin erga bara 2020 yeroo […]
-
‘Rifarandamii gaggeessuun ejjennoo hooggansa olaanaas, gaaffii uummataas miti’-Magaala Dirree Dhawaa.
‘Rifarandamii gaggeessuun ejjennoo hooggansa olaanaas, gaaffii uummataas miti’-Magaala Dirree Dhawaa Tibba kana bakka bu’aan Dirree Dhawaa paarlamaa Itoophiyaa yaada kana mana marichaaf dhiyeessaniiru gabaasni jedhu bahuu hordofee magaalichi caasaa naannolee abbummaa himatan Oromiyaa fi Somaalee keessaa tokkotti makamuu ykn ammoo naannoo of dandeesse ta’uu malti dubbii jedhu kaasee ture.Haata’u malee, hoogganaan waajira Kominikeeshinii bulchiinsa magaala […]
-
‘Akka duuti natti murtaa’e harmee kootti hin himiinaa’-Dargaggoo Iraan🇮🇷
‘Akka duuti natti murtaa’e harmee kootti hin himiinaa’-Dargaggoo Iraan Mormii guutummaa Iraanitti dhohee tureen wal-qabatee ji’oota afran darban keessatti dargaggoonni afur duuti itti murtaa’ee ajjeefamaniiru. Dargoota 18 ammoo du’i itti murtaa’ee guyyaa itti ajjeefaman eeggataa jiru. Mohammad Mahadii dargaggeessa ganna 22 yoo ta’u, dorgommii karaatetiin shaampiyoonaa ta’ee ture. Shaampiyoonaa ta’uun isa hin oolchine; Amajjii gaafa […]
-
ሙሉ ሰዓት ውጤት🇩🇿 አልጄርያ 1-0 ኢትዮጵያ 🇪🇹
ሙሉ ሰዓት ውጤት Ethiopia vs Aljeeria full time 1-0🇩🇿 አልጄርያ 1-0 ኢትዮጵያ 🇪🇹
-
Aljeeriyaa 1 v Itoophiyaa- 55’Dorgommii Waancaa ‘CHAN’ gaggeeffamaa jiruun Aljeeriyaan galchii 1’n Itoophiyaa dursaa jirti. Taphichi akkuma itti fufetti jira.
Aljeeriyaa 1 v Itoophiyaa- 55′Dorgommii Waancaa ‘CHAN’ gaggeeffamaa jiruun Aljeeriyaan galchii 1’n Itoophiyaa dursaa jirti. Taphichi akkuma itti fufetti jira.
-
Arsenal imala waancaa olaantummaan akka dursuuf maaltu onnee ta’eef?
Arsenal imala waancaa olaantummaan akka dursuuf maaltu onnee ta’eef? Haala amma jiruun waancaa Piriimiye Liigii Ingiliiz nyaachuuf Arsenaal caalaa kilabiin eeramu hin jiru. Gubbaa gabatee liigichaarra akka turan gaaffii hin qabu.Kan nuti hin beekne yoo jiraate, gareen Maayikil Arteettaa taphoota hafan olaantummaan dursuu itti fufuu fi dhiisuu isaaniiti. Piriimiye Liigii dursuu irraa waggootaaf fagaachuun isaanii […]
-
Liyooneel Meesiin Ityoophiyaatti duula kutaalee hawaasaa qaroo dhabeeyyii deeggaruuf taasifamutti makame
Liyooneel Meesiin Ityoophiyaatti duula kutaalee hawaasaa qaroo dhabeeyyii deeggaruuf taasifamutti makame Finfinnee, Amajjii 8, 2015(🐪GGNTV🐪)- Taphataa Urjiin Garee Biyyaalessaa Arjentiinaa Liyooneel Meesiin Ityoophiyaatti duula kutaalee hawaasaa qaroo dhabeeyyii deeggaruuf taasifamutti makamuu beeksise. Liyooneel Meesiin ergaa gama miidiyaa hawaasummaan dabarseen, Ityoophiyaatti duula kutaalee hawaasaa qaroo dhabeeyyii deeggaruuf taasifamutti makamuuf Teekinooloojii “Oorkaam” waliin tumsaan hojjechuuf waliigaluukootti nan […]
-
🐪GGNTV🐪 is local platform that is based on news Makin! , culture, 🐪GGNTV🐪 is local platform that is based on news Making, culture, documentary, story talling, Event, Live broadcast and history.Please
🐪GGNTV🐪 is local platform that is based on news Making, culture, documentary, story talling, Event, Live broadcast and history.Please subscribe on youtube
-
Hoogganaan garee warra maafiyaa Italii waggoota soddoma darbaniif humnoota nageenyaa biyyattiin baayyee barbaadamaa ture kilinika magaalaa Siisilii keessatti qabame.7
Hoogganaan garee warra maafiyaa Italii waggoota soddoma darbaniif humnoota nageenyaa biyyattiin baayyee barbaadamaa ture kilinika magaalaa Siisilii keessatti qabame. Ministirri Muummee Italii humnootii nageenyaa nama kana to’atan galateeffataniiru. Namni kun maaliif akkas irratti xiyyeeffatame laata? Asii dubbisaa: https://bbc.in/3CRU8Cg
-
🔮 Let’s have those north London derby predictions, Gooners🎁 Enter for the chance to win exclusive prizes!👉 Submit yours here: https://arsn.al/2C95GXp⚠ Entrants must be 18+ to enter. Prizes are eligible to be won by UK residents (excluding NI) only. For more information and T&Cs 👉 http://arsn.al/YAthxU7
🔮 Let’s have those north London derby predictions, Gooners 🎁 Enter for the chance to win exclusive prizes! 👉 Submit yours here: https://arsn.al/2C95GXp ⚠ Entrants must be 18+ to enter. Prizes are eligible to be won by UK residents (excluding NI) only. For more information and T&Cs 👉 http://arsn.al/YAthxU7
-
Neeppaalitti xiyyaarri kufuun lubbuun namoota 40 darbe.
Neeppaalitti xiyyaarri kufuun lubbuun namoota 40 darbe Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (GGNTV) Giddugaleessa Neeppaalitti balaa xiyyaarri kufuun mudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 40 darbuun gabaafame. Imaltoota 72 qabatee Kaatimaanduurraa gara Paakihaaraatti balali’aa kan ture xiyyaara qabeenya Daandii Qilleensaa Yatii ta’uun ibsameera. Balichi kan mudate naannawaa buufata xiyyaaraa Neeppaalitti wayiita qubachaa jiru ta’uun eerameera. Haaluma kanaan […]
-
ሙሉ ሰዓት ውጤት🇪🇹 ኢትዮጵያ 0-0 ሞዛምቢክ 🇲🇿
ሙሉ ሰዓት ውጤት 🇪🇹 ኢትዮጵያ 0-0 ሞዛምቢክ 🇲🇿 ethiopia and mozambique full time 0-0
-
🐪Gabra Global Network Tv
Africa today Politics Sport News today
-
Wal waraansi Waraana Bilisummaa Oromoo fi mootummaa Itoophiyaa jiddutti adeemsifamaa jiru Oromiyaa bakkeewwan garagaraatti itti fufee jiraachuu maddeen waraanaa fi ummataa ibsan.
Wal waraansi Waraana Bilisummaa Oromoo fi mootummaa Itoophiyaa jiddutti adeemsifamaa jiru Oromiyaa bakkeewwan garagaraatti itti fufee jiraachuu maddeen waraanaa fi ummataa ibsan. Godina Shawaa lixaa Aanaa Jalduu Ganda Ilaala Waddeessaa jedhamutti lola Waraana Bilisummaa Oromoo fi waraana mootummaa jiddutti adeemifameen miidhaan jabaan loltoota mootummaa irra gahuu maddeen himan. Aanaadhuma Jalduu magaalaa Osolee jedhamtu keessattis wal […]